Skip to content
This repository has been archived by the owner on Dec 15, 2022. It is now read-only.

Kana beektu ?

Jofri03 edited this page Jan 24, 2019 · 1 revision

Har’a jiibba bor-jaalachu ,kalee faarsani har’a arrabsuu ,har’a ebbiifne bor-abaaru yaa Waaqa nu didii Jeneraal Kamal Galchuu, yeroo biyyii Laayibeeriyaa weeraramee ture bare 1999-2003 giddutti nama gamta Afrikaa wajjiin moora waraana Itoophiyaa achittii bakka bu’e leenjii hogganaa nama leenjifamaa turedha. Waraana Gamta Africa warqee ykn medaaliya Jeneraalumma Kamaal Galchuutti kenne ture. Lollii biyaa Laayibeeriyaa xinno erga tasgabba’ee booda, Kamal Galchuu biyyatti deebi’ee.Akka deebi’een osoo gara Moora warana 18 him deemin ji’ota muraasaf dhiiha Ethiopia jechun kuta wallaga akka sochii " humnoota badii"(jecha mallas Zenewi) sakkata’n ajaajni mellesin ittii kenname kemel hooggana garee kana tahee garas akka deeman yeroo sochii sakkata’iinsa wallaga keessati adeemsisa jiran kana Waraanni ABO ertiirati leenji’a ture sudanin oromiiya bosona kuta wallaga lixe .humni wayyaane man Kamaal Galchuun hoogganamus sochii sakkata’iinsa Osoo adeemsisa jirani warana ABO waliin walqunnaaman .wal-qunnamtii isaani kana irrati waraana walittii banufi banuu Dhabi isaani waanti beeknu hin jiru.kan dhageenye waraanLfacaa’intohanna jala galchiine jedhee mootumman wayyaane yeroo median hafaarsu qofa.Yeroo kana VOA’n hooggana waraana wayyaane irraa Kamaal Galchiitifi ABO irra Leencoo Baati hasoofsise ture kan isaan jadhaniis : VOA -Waraanni achiiti isiin qabdan lakkoofsi Isa hammami ?waraanna enyuuti ? Kamaal Galchuu -nama 280 .waraana ABO to VOA- Mootumaman Ethiopia waraana ABO nama 280 to’annaa jala olchiine jedhe isiin maal jeetu ?Qabamuun waraana keessani kun dhugaadha ? Leenco Baati- waraanni tokko yeroo wal-rukuutu gama lameen irrahu midhaan ni qaqqaaba wantaheef nurraas miidhan qaqqaabe garu, kan wayyaanen jeetu soba .namni wayyaanedhan nurraa qabame namoota 11 qofa.Nuti nama 18 ol irra ajjeefne bayyee isaani hoji ala gone jira.gaafi fi deebi’in VOA fi Kamal Galchu Leenco Baati walin godhama ture bayyee waan taheefin hamanuma dubbadhee male dheeradha.Torbee laman booda deebi’ee immo moora waraana 18 daanga Itoophiyaa fi Eertiraa gidduutti hogganaa ture. Loltoota Eertiraa kumaataman daanga Itoophiyaa irra kiloomiitira 25 ol ji’a 3 keessa of jalattii galchee ture. Yeroo kanatti Mallas Zeenaawwii haala hojii Jeneral Kamal Galchuu kana dinqisiifatee maqaa Birgaader jedhuu argatee. bara 2006, waraana Itoophiyaa ganee, meeshalee garagaraa fi waraana 541 fudhatee biyya bahee ABOtti makame. ABO to makame Osoo wagga hin guutin wajaaja waraana ABO (WBO)tahe angaawe .Ajajaa WBO tahu fi dhaaba ABO iddoo sadiit (3) addaan qodee isaanis -Kan Dawuu ibsaan ,Galaasa fi Kamaalin hoggaanamuti facaa’e. Wantii nama dhiibu Isa kalee diina jedhan firoonfachun , kan abaaran deebi’ani ebbiisun ,kan jibbaan deebi’ani jalaachun kun achira egaala.Carraa ama argameeti fayyaadamunis isaan Marty gara biyyaa galan .ODP Kamaal akkuma gala I\nageenya gochuun muude .muudamu Kamaalin ABO mataan bawwee.rakkoon amma ABO’n uuma jiru sababni ODP Kamaal muudun isaati. An kan nadhiibu Kamaal gaafa Wayyaane ganee ABOti makamuus ABO’n hooggana waraana gochuun angoomse ,gaafa biyyaa gales qamni inni kale gane deebi’es ODP dhan Nageenya naannoo tahudhan angoome.kun maalif tahee isiiniti fakkata yaa jara Keenya !? ?

Clone this wiki locally